Baga nagaan dhuftan
Nov 2, 2020 • Paastor Fissahaa
Wanldaan guutummaa kiristos kan iseen arganmtu biyya Ameerikaa Steeta Virgiiniyaa magaalaa Alexandria keessatti yemuu ta'uu mul'anni akeekniif tajaajilli isee akka armaan gaditti mul'ifamedha.
Waldaan kun waaqayyo nama oolchuuf gargaaruu isaa agarsiisuudhaaf akkasumas immoo warra waaqayyootti amanan hundumaa hojii isa itti waamamn sanatti qopheessuudhaa waaqayyo ittiyaadee yeroo yeroonsaa ga'uu kan inni garbicha isaa pastor Fissahaa Tasfaayeetti maa'ii bayee hundeesse dha. Kanaafuu amma yeroo kana gara kana kan dhufttan akka tasaa utuu hinta'iin akeeka waaqayyoo isa bara baraatiini waan ta'eefi kotaa hidhata tokko taanee wajjin adeemnnaa. Eebbifama